< 詩篇 134 >

1 夜間ヱホバの家にたちヱホバに事ふるもろもろの僕よ ヱホバをほめまつれ
Faarfannaa ol baʼuu. Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo, warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu, Waaqayyoon galateeffadhaa.
2 なんぢら聖所にむかひ手をあげてヱホバをほめまつれ
Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii Waaqayyoon galateeffadhaa.
3 ねがはくはヱホバ天地をつくりたまへるもの シオンより汝をめぐみたまはんことを
Waaqayyo samii fi lafa uume sun Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

< 詩篇 134 >