< 1 Wakorintu 1 >

1 Neni Paulu yawanshemiti kuwera ntumintumi gwa Yesu Kristu kwa mafiliru ga Mlungu na mlongu muyetu Sosteni.
Phaawulos isa akka ergamaa Kiristoos Yesuus taʼuuf fedhii Waaqaatiin waamamee fi obboleessa keenya Soosteenes irraa,
2 Twankuwalembelerani mwenga yamuwera shipinga sha wantu yawamjimira Yesu aku lushi lwa Korintu. Mwenga mtendwa wananagala toziya mulikolerana pamuhera na Yesu Kristu, mshemitwi muweri wantu wa Mlungu, pamuhera na wantu woseri kila pahala pawamguwira Mtuwa gwetu Yesu Kristu, yakawera Mtuwa gwawu na gwetu viraa.
Gara waldaa Waaqaa ishee Qorontos keessa jirtuutti, gara warra Kiristoos Yesuusiin qulqulleeffamanii fi warra lafa hundaa kanneen maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isa Gooftaa isaaniitii fi Gooftaa keenyas taʼe sanaa waammatan hunda wajjin qulqulloota taʼuuf waamamaniitti:
3 Manemu na ponga ya Mlungu Tati gwetu na ga Mtuwa gwetu Yesu Kristu, gaweri pamuhera na mwenga.
Ayyaannii fi nagaan Abbaa keenya Waaqaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa isiniif haa taʼu.
4 Mashaka goseri numgambira Mlungu mayagashii kwajili ya mwenga, toziya ya manemu gakawapananiti mwenga kupitira Yesu Kristu.
Ani yeroo hunda ayyaana Waaqaa isa Kiristoos Yesuusiin isinii kennameef waaʼee keessaniif Waaqa nan galateeffadha.
5 Toziya kwa kulikolerana pamuhera na Kristu muwera walunda mukila shintu. Mpananwa kutakula na kumana.
Isinis karaa hundaan jechuunis dubbii fi beekumsa hundaan isaan badhaataniirtu;
6 Ujumbi kuusu Kristu wanakaka mngati mwenu.
wanti nu waaʼee Kiristoos dhugaa baane sun isin gidduutti mirkaneeffameeraatii.
7 Hangu mpungukiwitwi ndiri lifupu lyoseri lyampananitwi na Rohu Mnanagala, pamuwera mwankuhepera kugubutulwa kwakuwi Mtuwa gwetu Yesu Kristu.
Kanaafuu utuu mulʼachuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos eeggachaa jirtanuu kennaan hafuuraa tokko iyyuu isin jalaa hin hirʼatu.
8 Nayomberi hakawagangamaziyi mwenga mpaka upeleru, mpati kuwoneka pota na ukondola mulishaka lilii lya Mtuwa gwetu Yesu Kristu.
Akka isin guyyaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoositti warra mudaa hin qabne taataniifis inni hamma dhumaatti jabeessee isin eega.
9 Mlungu yakawera mwaminika, kawashemiti mwenga muweri pamuhera na Mwana gwakuwi Yesu Kristu, Mtuwa gwetu.
Waaqni gara tokkummaa Ilma isaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoositti isin waame sun amanamaa dha.
10 Wantu yawamjimira Yesu wayangu, nuwaluweni kwa litawu lya Mtuwa gwetu Yesu Kristu, mulijimilirani mukila shintu shamtakula, su nakuwera malekaniru pakati pa mwenga. Mulikolerani nakamu pamuwera na liholu limu na nfiru yimu.
Yaa obboloota, ani akka isin gidduu gargar baʼuun hin jiraannee fi akka qalbii fi yaada tokko qabaattanii hundi keessan walii galtaniif maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin kadhadha.
11 Wantu yawamjimira Yesu wayangu, wantu wamonga kulawa kwa kaya ya Kloyi, wang'ambira kuwera mwenga mwankulirewa.
Yaa obboloota ko, akka isin gidduu lolli jiru warri mana Kiloʼee jiraatan tokko tokko natti himaniiru.
12 Neni nfira kutakula shampikiniriti kulawa pakati pa mwenga, yumu kalonga, “Neni gwa Paulu”, Yumonga kalonga “Neni gwa Apolu”, Na yumonga kalonga, “Neni gwa Peteru.” Kwa litawu lya Shigiriki wamshema Kefa, na yumonga kalonga, “Neni gwa Kristu.”
Wanti ani jedhus kana: Isin keessaa namni tokko, “Ani kan Phaawulos” jedha; inni kaan, “Ani kan Apholoos” jedha; kaanis, “Ani kan Keefaa ti” jedha; kaan immoo, “Ani kan Kiristoos” jedha.
13 Hashi, Kristu kabagulika? Hashi, Paulu ndo yawampingikiti kwajili ya Mwenga? Ama hashi, mbatizitwi gambira ntumintumi gwa Paulu?
Kiristoos gargar qoodameeraa? Phaawulositu isinii fannifame ree? Yookaan maqaa Phaawulosiin cuuphamtanii?
14 Mayagashii Mlungu toziya numubatiziti ndiri muntu yoseri pakati penu, kumbiti hera Krispu na Gayu.
Ani Kiriisphoosii fi Gaayoosin malee isin keessaa nama tokko illee waan hin cuuphiniif Waaqa nan galateeffadha.
15 Su kwahera muntu yakaweza kutakula kuwera mwenga wakubatizeni kwa litawu lyaneni.
Kanaaf namni akka isin maqaa kootiin cuuphamtan dubbachuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru.
16 Nulihola, vilaa numubatiziti Stefana na kaya yakuwi, kumbiti mani panumbatiziti muntu gwingi.
Eeyyee, ani warra mana Isxiifaanaas jiraatanis akkasuma cuupheera; sanaan alatti nama biraa tokko illee cuuphuu koo hin yaadadhu.
17 Kristu kantumiti ndiri kubatiza, kumbiti nuwabweleri wantu Shisoweru Shiwagira, kayi nushibweri pota na kutendera luhala lwa mbweru za wantu, su makakala ga kuhowa kwa Kristu palupingika nagawoneki kuweri shintu ndiri.
Kiristoos akka ani wangeela lallabuuf malee akka ani cuuphuuf na hin ergineetii; anis akka fannoon Kiristoos humna hin dhabneef dubbii ogummaa namaatiin hin lallabu.
18 Toziya ujumbi wa kuhowa kwa Kristu palupingika kuwera uzigizigi kwa wantu yawagamira, kumbiti kwa twenga yatulopoziwa, ujumbi awu ndo makakala ga Mlungu.
Dubbiin fannoo warra baduuf jiraniif gowwummaadhaatii; nu warra fayyinuuf garuu humna Waaqaa ti.
19 Malembu Mananagala galonga, “Aharibisiyi luhala lwa yawawera na luhala, Na mahala ga wantu hanyasili kutali.”
Kunis, “Ani ogummaa ogeeyyii nan balleessa; hubannaa hubattootaas nan fashaleessa” jedhamee barreeffameera.
20 Su kakoshi yakawera na luhala? Hashi, kakoshi mfunda gwa malagaliru? Hashi, kakoshi shikambaku gwa kutakuziyana gwa pasipanu? Mlungu kulanguziyiti kuwera luhala lwa pasipanu lyahera mahala. (aiōn g165)
Namni ogeessi eessa jira? Hayyuun eessa jira? Falaasamaan bara kanaa eessa jira? Waaqni ogummaa addunyaa kanaa gowwummaa hin goonee ree? (aiōn g165)
21 Toziya kwa luhala lwa Mlungu, wantu hapeni wammani Mlungu kwa njira ya luhala lwawu weni. Mlungu kafiriziwiti kuwalopoziya wantu yawajimira kupitira shizyigizyigi shatuwabwerera.
Sababii ogummaa Waaqaatiin addunyaan karaa ogummaa isheetiin Waaqa waan hin beekiniif, Waaqni gowwummaa lallabaatiin warra amanan fayyisuu jaallate.
22 Wayawudi wafira lilangaliru handa shilangaliru, Wagiriki wankusakula luhala.
Yihuudoonni mallattoo fedhu; Giriikonni immoo ogummaa barbaadu;
23 Kumbiti twenga twankumbwera Kristu yawampingikiti. Kwa Wayawudi shitwatira ashi shiwera shileweleru na kwa wantu yawawera ndiri Wayawudi shiwera shizyigizyigi,
nu garuu Kiristoos isa fannifame sana lallabna; innis Yihuudootatti gufuu dha; Namoota Ormaatiif immoo gowwummaa dha;
24 kumbiti kwa walii yawashemitwi na Mlungu, Wayawudi pamuhera na wantu yawawera ndiri Wayawudi, Kristu ndo likakala lya Mlungu na luhala lwa Mlungu.
warra waamamaniif garuu Yihuudootaafis taʼu Giriikotaaf Kiristoos humna Waaqaatii fi ogummaa Waaqaa ti.
25 Toziya shashiwoneka kuwera uzigizigi wa Mlungu, shiwera na luhala kuliku luhala lwa muntu, na shilii shashiwoneka shahera makakala ga Mlungu, shiwera na likakala kuliku likakala lya muntu.
Gowwummaan Waaqaa ogummaa namaa caalaa ogeessaatii; dadhabbiin Waaqaas jabina namaa irra jabaa dha.
26 Wantu yawamjimira Yesu wayangu, vinu muliholi Mlungu pakawashema, wavuwa wenu waweriti ndiri na luhala lwa munshimba na wantu wavuwa ndiri yawawera na makakala na wantu wavua ndiri yawawera na ukulu.
Yaa obboloota, isin yeroo waamamtanitti maal akka turtan yaadadhaa. Akka ilaalcha namaatti baayʼeen keessan ogeeyyii hin turre; baayʼeen keessanis beekamoo hin turre; baayʼeen keessan immoo sanyii warra gurguddaa irraa hin dhalanne.
27 Kumbiti Mlungu kavisyaguliti vitwatira vyaviwoneka pasipanu kuwera vizigizigi, su kawasoniziyi wantu yawawera na luhala na Mlungu kavisyaguliti vitwatira vilii pasipanu viwoneka legilegi, su kawasoniziyi wantu yayawera na makakala.
Waaqni garuu ogeeyyii qaanessuuf jedhee waan addunyaa irratti gowwaa taʼe filate; Waaqni warra jajjabeeyyii qaanessuuf jedhee waan addunyaa irratti dadhabaa taʼe filate.
28 Mlungu kavisyagula vitwatira vilii pasipanu viwoneka vyavifaa ndiri na vyawavizarawu, su kavihalabisiyi vilii vyaviwoneka na wantu kuwera shintu shikulu.
Waaqni waan jiru waan hin jirre gochuuf, waan addunyaa kana irratti gad aanaa fi tuffatamaa taʼe, waan iddoo hin qabnes filate;
29 Su kwahera muntu yoseri yakaweza kulitumbira shoseri kulongolu kwa Mlungu.
kunis akka eenyu iyyuu isa duratti of hin jajneef.
30 Kumbiti Mlungu ndo yakawakolelerani pamuhera na Yesu Kristu. Mlungu kamtenditi Kristu kaweri luhala lwetu, kwa njira yakuwi twenga tutendwa waheri kulongolu kwa Mlungu, tuweri wantu wananagala wa Mlungu na kulopoziwa.
Isin sababii isaatiin kan Kiristoos Yesuus taatan; inni ogummaa keenya kan Waaqa biraa dhufe jechuunis qajeelummaa keenya, qulqullummaa fi furii keenyaa dha.
31 Su Malembu Mananagala ntambu yagalonga, “Yakafira kulitumbira, kalitumbiri Mtuwa ntambu yakatenda.”
Kunis akkuma, “Namni boonu Gooftaadhaan haa boonu” jedhamee barreeffamee dha.

< 1 Wakorintu 1 >