< Epeso 6 >

1 E NA keiki, e hoolohe i ko oukou mau makua no ka Haku: no ka mea, he pono keia.
Yaa ijoolle, Gooftaaf jedhaatii abbootii fi haadhota keessaniif ajajamaa; kun qajeelaadhaatii.
2 E hoomaikai oe i kou makuakane a me ka makuwahine; o ke kauoha mua keia, e pili ana me ka olelo e pomaikai ai:
Ajajni jalqabaa kan waadaa qabu, “Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni” jedha;
3 I pomaikai ai oe, i loihi ai hoi kou noho ana ma ka honua.
kunis, “Akka sitti toluu fi akka lafa irra bara dheeraa jiraattuuf.”
4 Oukou boi, e na makua, mai hoonaukiuki aku i na keiki a oukou; aka, e alakai ia lakou ma ka hoopono a me ka hoonaauao a ka Haku.
Yaa abbootii, isinis ijoollee keessan barsiisaa fi gorsa Gooftaatiin guddisaa malee hin aarsinaa.
5 E na kauwa, e hoolohe oukou i na haku o oukou ma ke kino, me ka makau a me ka weliweli, a me ke kupono o ko oukou naau, e like me ia Kristo:
Yaa garboota, akkuma Kiristoosiif ajajamtanitti kabajaa fi sodaadhaan, garaa qulqulluunis gooftota keessan warra addunyaa kanaatiif ajajamaa.
6 Aole ma ka hooikaika ike maka ia mai, e like me ka poe hoolealea i kanaka; aka, e like me na kauwa a Kristo, e hana ana i ka makemake o ke Akua ma ka naau;
Yeroo iji isaanii isin argutti isaan biratti fudhatama argachuu qofaaf utuu hin taʼin garaa guutuun fedhii Waaqaa raawwachaa akka garboota Kiristoositti isaaniif ajajamaa.
7 Me ka naau oluolu e hookauwa ana na ka Haku, aole na kanaka.
Akka waan nama tajaajiltaniitti utuu hin taʼin akka waan Gooftaa tajaajiltaniitti garaa guutuun hojjedhaa;
8 E ike hoi oukou, a i haua kekahi i ka mea maikai, e ukuia mai oia e ka Haku, o ka mea paa a me ka mea paa ole.
sababiin isaas isin akka Gooftaan tokkoo tokkoo namaatiif garbas taʼu yookaan birmaduu, waan gaarii inni hojjetu kamiif iyyuu gatii kennu ni beektu.
9 Oukou hoi, e na haku, pela hoi oukou e hana aku ai ia lakou, aole ka hooweliweli aku; e manao oukou, aia ka lani ka Haku o oukou iho; aole boi ia ia ka nana mai ma ko ke kanaka kino.
Yaa gooftota, isinis garboota keessaniif akkasuma godhaa. Isin akka inni isaanii fi isiniif Gooftaa taʼe sun samii irra jiruu fi akka nama wal caalchisuunis isa bira hin jirre waan beektaniif isaan hin doorsisinaa.
10 Eia hoi, o na hoahanau o'u, i ikaika oukou ma ka Haku, a ma ka ikaika o kona mana.
Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa.
11 E aahu iho oukou i ke kahiko a pau a ke Akua, i hiki ia oukou ke kupaa imua o na hana maalea a ka diabolo.
Haxxummaa diiyaabiloosiin akka mormuu dandeessaniif miʼa lolaa kan Waaqaa guutuu hidhadhaa.
12 No ka mea, aole kakou e hakoko ana me ka mea io a me ka mea koko; aka me na alii, na mea ikaika, na haku o ka pouli o keia ao, a me na uhane ino o ka lewa. (aiōn g165)
Walʼaansoon keenya bulchitoota wajjin, abbootii taayitaa wajjin, humnoota addunyaa dukkanaa kanaa fi humnoota hafuura hamaa iddoo samii keessa jiruu wajjin malee foonii fi dhiiga wajjin mitii. (aiōn g165)
13 No ia hoi, e lawe oukou i ke kahiko a pau a ke Akua, i pono ia oukou ke kupaa, ke hiki mai ka la ino; a pau ae la na mea i ka hanaia, e kupaa oukou.
Kanaafuu akka yommuu guyyaan hamaan sun dhufutti obsaan dhaabachuu dandeessaniif, waan kana hunda gochuunis akka jabaattanii dhaabattaniif miʼa lolaa kan Waaqaa guutuu hidhadhaa.
14 E ku pono hoi oukou, i kakooia ko oukou puhaka i ka oiaio, a pulikiia oukou i ka paleumauma o ka pono:
Egaa mudhii keessan dhugaan hidhadhaatii, qomee sibiilaa kan qajeelummaas uffadhaatii jabaadhaa dhaabadhaa;
15 I haweleia hoi ko oukou wawae i ka makaukau no ka euanelio e malu ai.
qophaaʼummaa wangeela nagaa akka kopheetti miilla keessanitti kaaʼadhaa dhaabadhaa.
16 Maluna oia mau mea a pau, e lawe hoi i ka aabuapoo o ka manaoio, i mea e hiki ai ia oukou ke kinai iho i na iho wela a pau o ka mea ino.
Kana hundumaa irrattis gaachana amantii kan xiyya bobaʼaa hamaa sanaa hunda ittiin dhaamsuu dandeessan qabadhaa.
17 E lawe hoi i ka mahiole o ke ola, a me ka pahikaua o ka Uhane, oia no ka olelo a ke Akua:
Qoobii sibiilaa kan fayyinaa kaaʼadhaa; goraadee Hafuuraas qabadhaa; innis dubbii Waaqaa ti.
18 E pule mau ana i na pule a pau, a me ka nonoi aku ma ka U hane; a no ia mea hoi, e kiai oukou me ka hooikaika mau a me ka pule aku no na haipule a pau;
Kadhannaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan kadhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa kadhadhaa.
19 A ia'u hoi, i haawiia mai ia'u ka olelo e hai aku ai kuu waha me ka makau ole, e hoike aku i ka mea pohihihi o ka euanelio;
Yommuun afaan saaqqadhu hunda ija jabinaan icciitii wangeelaa akkan beeksisuuf dubbiin akka naa kennamu anaafis kadhadhaa;
20 No ia mea, he elele no wau e paa ana i ke kaulahao: i olelo wiwo ole aku au ilaila, e liko me ka'u pono e ololo aku ai.
wangeelli kunis isuma ani isaaf jedhee ergamaa taʼee foncaan hidhamee dha. Isinis akka ani akkuma narraa eegamutti sodaa malee isa lallabuu dandaʼuuf naa kadhadhaa.
21 I ike hoi oukou i ka'u mau mea e noho noi, a me ka'u hana ana, na Tukiko he hoahanau aloha, he lawehana malama pono hoi i ka ka Haku, nana e hoike aku i na mea a pau ia oukou:
Xikiqoos obboleessi jaallatamaan, Gooftaattis tajaajilaan amanamaan haala ani keessa jiruu fi maal akka ani hojjechaa jiru akka beektaniif waan hundumaa isinitti hima.
22 Oia ka'u i hoouna aku ai ia oukou no keia mea, i ike ai oukou i ka wakou, i hooluolu aku ai boi oia i ko oukou naau.
Anis akka isin haala nu keessa jirru beektanii fi akka inni isin jajjabeessuuf, waanuma kanaaf jedhee ani gara keessanitti isa ergeera.
23 I pomaikai na hoahanau, i aloha hoi me ka manaoio, mai ke Akua ka Makua mai, a me ka Haku Iosu Kristo.
Waaqa Abbaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa nagaan, jaalallis amantii wajjin obboloota hundaaf haa taʼu.
24 E alohaia ka poe a pau i aloha io aku i ko kakou Haku ia Iesu Kristo. Amene.
Warra jaalala hin badneen Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosin jaallatan hundaaf ayyaanni haa taʼu.

< Epeso 6 >