< Uruyan Yuhana 8 >

1 Na Ku kam npuno tiyat tin zore, kitene kane ta tik nanya kugirr kubi.
Yommuu Hoolichi chaappaa torbaffaa banetti gara walakkaa saʼaatii tokkoo samii keessa tasgabbiitu ture.
2 Inyene nono katua Kutelle kuzor na isin, i nani alantung.
Anis ergamoota fuula Waaqaa dura dhadhaabatan torban arge; isaaniifis malakanni torba ni kenname.
3 umon unan kadura Kutelle uni wa dak, awa myin kukurun nturari kunya kunang, awa yissin kitene nbagadi. Iwa nighe uturari gbardang anan di nakpa unin umunu nlira na nit alau vat kiteene nbagadi tizinariya nbun kutet tigo.
Ergamaan biraa kan girgiraa warqee qabu tokko dhufee iddoo aarsaa bira dhaabate. Innis iddoo aarsaa warqee kan fuula teessichaa dura jiru sana irratti akka kadhannaa qulqulloota hundumaa wajjin dhiʼeessuuf ixaanni baayʼeen isaaf ni kenname.
4 Ncin nturare, nin lira na nit alauwe, wa fita a ghana udu kiti Kutellee unuzu nacar ngono kadure.
Aarri ixaana sanaas kadhannaa qulqullootaa wajjin harka ergamaa sanaa keessaa fuula Waaqaa duratti ol baʼe.
5 Unan kadure wa yaun kukurune a di kulo ula ku kitene nnagade. Amini wa filin unun uda deo kutyen, Kutelle koni wa tutuzo, anite ta bunin fiu, umalzinu kiti, nin hirtuzu kutyen.
Ergamaan sunis girgiraa fuudhee iddoo aarsaa irraa ibidda itti guutee lafatti gad darbate; ergasiis sagaleen kakawwee, balaqqeessaa fi sochii lafaa ni dhagaʼame.
6 Nono kadura kuzore na iwa di nin na lantun kuzore fita iyisa nworu iwulsun aning.
Ergamoonni Waaqaa torban warri malakata torban qabanis malakata afuufuuf ni qophaaʼan.
7 Gono katwa kan cizunue wulsuno kulantung me. Intet nin la umunu nmii wa yita. Iwa filin unin nan nya in yii unan leo mcashi ntat in yie, a ukashi utat naca wa juju kidowo vat, a mpi vat wa li ida.
Ergamaan jalqabaa malakata isaa afuufe; cabbii fi ibiddi dhiigaan makames lafatti gad darbatame. Lafti harka sadii keessaa harki tokko ni gubatte; muktis harka sadii keessaa harki tokko ni gubate; margi lalisaan hundinuus ni gubate.
8 Gono kadura kan be wulsuno kun me kulantunghe, imonmong nafo likup lidya na lisa din lin la iwa tu linin nan nya kurawa. Ukashi utat nmyen kurawe kpilya nita nmii vat.
Ergamaan lammaffaanis malakata isaa afuufe; wanni tulluu guddaa fakkaatu kan ibiddaan gubachaa jiru tokkos galaanatti gad darbatame. Galaannis harka sadii keessaa harki tokko dhiiga taʼe;
9 Ukashi utat ninawa nan nya nmyene ku, ukashi utat tizirigin nmyene naniza.
uumamawwan lubbuu qabeeyyiin galaana keessaa harka sadii keessaa harki tokko ni dhuman; dooniiwwan harka sadii keessaas harki tokko ni barbadaaʼan.
10 Gono kadura un tate wulsuno kulantung me, fong fiyini fidya kitene kane deo kite kane, fi din walta nafo utushel, usun nutat nanya nigingawa a niti tini mei.
Ergamaan sadaffaanis malakata isaa afuufe; urjiin guddaan akka gucaa bobaʼu tokkos samii irraa lafa dhaʼe; innis lageen harka sadii keessaa harka tokko irratti, burqaawwan bishaanii irrattis kufe;
11 Lisa fiyini 'Wormwood'. Ku gir kun tat mein kpilya miso 'wormwood', anit gbardang wa kuzu unuzun nmyene na mi wa ti gbagbai.
maqaan urjii sanaas “Hadheessaa” jedhama. Bishaan sunis harka sadii keessaa harki tokko ni hadhaaʼe; sababii bishaan sun hadheeffameefis namoonni baayʼeen bishaaniin dhuman.
12 Gono kadura kan nasse wulsuno kulantung me, ukashi utat nwui uni wa wuto, nanere ukashi utat npui a ukashi utat niyini. Ukashi utata mine wa kpilya usurio, nin kash utat liyirin a ukashi utat kiyitik wa yita nin kanang ba.
Ergamaan afuraffaanis malakata isaa afuufe; aduun harka sadii keessaa harki tokko, jiʼi harka sadii keessaa harki tokko, urjiinis harka sadii keessaa harki tokko ni rukutaman; kanaanis ifni isaanii harka sadii keessaa harki tokko ni dukkanaaʼe. Guyyaan harka sadii keessaa harki tokko akkasumas halkan harka sadii keessaa harki tokko ifa malee hafe.
13 Nyenje, lananza kuzi na ku wa di ngalu kitik kitene kani, yicu nin liwui lidia, li nin woro, “Kash'', ''kash'', ''kash'', kiti na na le na issosin nanya in yii, bara ngissin na lantung atate na nono kadura wulsu”
Anis ilaalee risaa samii walakkaa barrisaa sagalee guddaadhaan, “Sababii sagalee malakataa kan ergamoota biraa sadaniin dhageessifamuuf jiru sanaatiif warra lafa irra jiraataniif Wayyoo! Wayyoo! Wayyoo!” jedhee iyyu tokko nan dhagaʼe.

< Uruyan Yuhana 8 >