< Ugalantiyawa 1 >

1 Nuwana nilime nan nishono nan nya Kipin tigo in Galantiyawa. Meng Bulussari, unan kadura na unuzu kiti nanit ba, a na unuzu kiti nnit ba, unuzu kitin Yisa Kristiari nin Kutellẹ Uciffe, ulenge na awa fiyaghe nan nya nkul.
Phaawulos ergamticha isa utuu namoota biraa yookaan namaan hin taʼin garuu Yesuus Kiristoosii fi Waaqa Abbaa isa Yesuusin warra duʼan keessaa kaaseen ergamee fi
2 Nin linuana vat na idi ligowe nin mi udu nilarin nlira in Galatiya.
obboloota na wajjin jiran hundumaa irraa, Gara Waldoota Kiristaanaa Galaatiyaatti:
3 Ubollu Kutellẹ udu kiti mine nin lisosin limang unuzu kiti Kutellẹ Ucifbit nin Cikilari bit Yisa Kristi,
Abbaa keenya Waaqaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu;
4 na awa ni litime bara alapi bite, anan se a bolo nari nan nya kubiri kunanzang nado ukpilizu Kutellẹ bit nin Ciff bit. (aiōn g165)
inni akka fedhii Abbaa keenyaa fi Waaqa keenyaatti bara hamaa kana jalaa nu oolchuuf jedhee cubbuu keenyaaf of kenne; (aiōn g165)
5 Kitimerẹ ngongong so saligan Usonani. (aiōn g165)
ulfinni bara baraa hamma bara baraatti isaaf haa taʼu. Ameen. (aiōn g165)
6 Imonen nayi fiu nin kpillu mine nan nya nliru ntucu uburnẹ na ina seru udu umong ugang. Nin kpillu nati mine kitin lenge na ana yicila minu nin bolun Kristi.
Akkana ariifattanii isa karaa ayyaana Kiristoosiin isin waame sana dhiisuudhaan wangeela biraa duukaa buʼuun keessan baayʼee na dinqeera;
7 Na umong ulirun tuchu duku ugang ba, vat nani among anit din fizu ayi nanit inan musuzu ulirun tuchun Kristi.
wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii wangeela Kiristoos jalʼisuu yaalan tokko tokko jiru.
8 Sa arike sa Gono kadura Kutellẹ unuzu kitene kani nda minu nin kankadura ugang nin lenge na tina malu ubellin minu na unu kifoghe.
Nus taanaan yookaan yoo ergamaan Waaqaa samii irraa dhufe tokko wangeela nu kanaan dura isinitti lallabne sana irraa adda taʼe isinitti lallabe, inni bara baraan haa abaaramu!
9 Nafo na tiwa bellin minu nin burnẹ, nene wang ndin bellẹ tutung, ''Asa umong bellin minu ulirun ntucu ugan nin le na ina malu useru, tan ghe unu.''
Akkuma nu kanaan dura jenne ani ammas irra deebiʼee nan dubbadha; yoo eenyu iyyuu wangeela isin kanaan dura fudhattan sana irraa adda taʼe isinitti lallabe inni abaaramaa haa taʼu!
10 Negene meng din pizuru uyinnu nanitari sa un Kutellẹ? sa ndin pizuru npwo anit ayeri? Asa meng nengene ndi ninsu npwo anit ayeri, na meng kuchin Kristari ba.
Ani amma nama biratti moo Waaqa biratti fudhatama argachuu yaalaan jira? Yookaan nama gammachiisuu nan yaalaa? Ani utuun hamma ammaatti nama gammachiisuu yaalee silaa tajaajilaa Kiristoos hin taʼu ture.
11 Bara ndinin su iyinin nuana, ulirun ntuchu na ndin bellu na un na nitari ba.
Yaa obboloota, wangeelli ani lallabe sun nama irraa akka hin dhufin isin akka beektan nan barbaada.
12 Na nna seru kitin nitari ba, a na umon na dursuzai unin ba, una na nadak kitinighe unuzu kitin Yisa Kristari.
Ani wangeelicha mulʼataan Yesuus Kiristoos irraa fudhadhe malee nama tokko irraa illee hin fudhanne; yookaan namni na hin barsiifne.
13 Iwa lanza lisosin nburu nighe nan nya nadini na Yahudawa na nwa ti butan butang nnanzu nliru Kutellẹ nin na nan ndortu Kutellẹ, ineo kang sa ligang.
Akka ani yeroon amantii Yihuudootaa duukaa buʼaa turetti waldaa kiristaanaa Waaqaa akka malee ariʼachaa fi balleessuufis yaalaa ture dhageessaniirtu.
14 Meng wadi nlibun pït nan nya nadini na Yahudawa nkatiza adon nighe a Yahudawẹ. Meng wa di nin liyarin kan nbellen dortu matiza naciff ning.
Ani amantii Yihuudootaatiin warra saba koo keessaa hiriyoota koo taʼan baayʼee nan caala ture; duudhaa abbootii kootiifis akka malee nan hinaafa ture.
15 Kubi ko na Kutellẹ wa lanza nmang afereyi ndutu nan nya liburin naning. Awa yicilai nan nya me.
Garuu yommuu Waaqni gadameessa haadha kootii jalqabee na filatee fi ayyaana isaatiin na waame sun,
16 Adurso Gono me kiti ning, nnan yino ubellun liru me kitik nalumai. Na nwa mala upizuru in yinnu nin kidowo nin mï ba,
akka ani Namoota Ormaa gidduutti waaʼee Ilma isaa lallabuuf isa natti mulʼisuu jaallatetti ani nama tokkoon iyyuu hin mariʼanne.
17 ana nwa do u Urushalime kiti na lenge na iwa yarni katawa ba. Nwa do Arabiyari, nnin kpilla u Damascus tutung.
Ani warra anaan dura ergamoota turan arguuf Yerusaalemitti ol hin baane; garuu yeruma sana biyya Arabaan dhaqe. Ergasiis Damaasqoottin deebiʼe.
18 Na akus atat nnin kata, nnin ghana udu lizi ngan Kefas in Urushalima nta ayiri likure nin na taun ligowe ninghe.
Ergasiis anis waggaa sadii booddee Keefaan wal baruuf jedhee Yerusaalemitti ol baʼe; guyyaa kudha shanis isa biran ture.
19 Vat nayiri ane nan nta, na nwayene umong nan nya nono katwe ba, ma Yakuburi cas gwanan NCikilare nwa yeneghe ku.
Ani garuu Yaaqoob obboleessa Gooftaa malee ergamoota kaan keessaa tokko illee hin argine.
20 Yenen nbun Kutellẹ wang, na ndimunu kinu nan nya niyerte na nsu minu ba.
Wanti ani isinii barreessu akka soba hin taʼin kunoo fuula Waaqaa duratti isiniifin mirkaneessa.
21 Nin kiddughe nmini wa do nmin Siriya nin silisiya.
Ergasiis ani gara Sooriyaa fi biyya Kiilqiyaan dhaqe.
22 Vat nani nan nyan Yahudiya alenge na iwa dortu nan nya nilarin nlira wa di isa yinni ba.
Waldoonni Kiristaanaa Yihuudaa kanneen Kiristoositti jiranis fuula koo arganii hin beekan.
23 Iwa din lanzun belle nighere cas, '' Ulenge na awa nadi unan lantizu nari ukul nengene din su uwazi in yinnu ulenge na ame wadin musuzun unin.''
Isaanis oduu, “Namichi duraan nu ariʼachaa ture sun amma immoo amantiidhuma dur balleessuuf yaalaa ture sana lallabaa jira” jedhu qofa dhagaʼan.
24 Inani wa tizu Kutellẹ gongong bara mewẹ.
Isaanis sababii kootiif Waaqaaf ulfina kennan.

< Ugalantiyawa 1 >