< 1 Utasalonika 3 >

1 Bara na imone wa kata akara bite tikpilya i haun ichinari Athens.
Kanaafuu nu waan hammana caalaa obsuu dadhabneef kophaa keenya Ateenaatti hafuun gaarii nutti fakkaate.
2 Tina tuu Thimoti ku gbana bite unan kataah Kutelle nya kadura kamang in Yesu ada timinu akara nya kidegen mine.
Nus obboleessa keenya Xiimotewos, tajaajilaa Waaqaa isa wangeela Kiristoosiitti hojjetaa hidhata keenya taʼe sana, akka inni amantii keessanitti isin cimsuu fi isin jajjabeessuuf ergineerra;
3 Yenjen umong mine wa fya kibinai nyan neou anin atimine yiru bara nenere inna fere-eh nari.
kunis akka namni tokko iyyuu dhiphina kanaan hin jeeqamneef. Isinis akka nu waan kanaaf filatamne sirriitti beektu.
4 Kden kube na tiwa nan ghinu, tiwa belin minu nyan bun tiba nieu, uni na lawa kidene nafo naiyiru.
Yeroo isin bira turretti akka dhiphinni nurra gaʼu isinitti himaa turreetii. Innis akkuma isin beektan sana taʼe.
5 Bara nene na imone kata nin mmini to-oh nyinin kidegen mine yenje sa unan duzune na duzun minu kataah bite nahna.
Sababii kanaaf ani yommuun kana caalaa obsuu dadhabetti waaʼee amantii keessanii baruuf jedheen isa erge. Tarii inni nama qoru sun isin qoree dadhabbiin keenyas faayidaa malee hafeera jedheen sodaadhe.
6 Na Thimoty wa dak kitibite unuzu kitimine nin kadura ka mang, kan kidegen nin suu nin uworu na ishawa nin nari ba tuung, idinin suu iyene nari nafo na arik dinin suu tiyene minu.
Amma garuu Xiimotewos isin biraa gara keenya dhufee waaʼee amantii keessaniitii fi waaʼee jaalala keessanii oduu gaarii nutti himeera. Akkasumas akka isin yeroo hunda yaada gaariidhaan nu yaaddanii fi akkuma nu isin arguu hawwinu sana akka isinis nu arguu hawwitan nutti himeera.
7 Bara nene linwana tiwa se akara nibinai nya kidegem mine kidira nin nieu.
Kanaaf yaa obboloota, nu dhiphinaa fi ariʼatama keenya hunda keessatti amantii keessaniin waaʼee keessan jajjabaanneerra.
8 Nene ridi mang, asa iyisina nin nin na nagang nya Chilari.
Yoo isin Gooftaatti cimtanii dhaabatan nu dhugumaan ni jiraannaatii.
9 Uyapin ugodoari tiba ni Kutelle bara anun, bara mmang mo-oh nati dimu nbun Kutelleh kittene mine.
Gammachuu sababii keessaniin fuula Waaqa keenyaa duratti qabnu hundaaf waaʼee keessaniif hammam Waaqa galateeffachuu dandeenya?
10 Kittik nin lirin ti din nliranina kara bara tiyene itmuro mine tinin ni ile imon na idinin lidarinya kidegen mine.
Nu akka deebinee isin arginuu fi waan amantii keessan keessaa hirʼates akka isinii guutuu dandeenyuuf halkanii guyyaa cimsinee kadhanna.
11 Na Kutelleh nin Chif bite litime aChilari bite Yesu duro nari udina udak kitimine.
Ammas Waaqni keenyaa fi Abbaan keenya mataan isaa, Gooftaan keenya Yesuusis akka nu gara keessan dhufnu karaa nuuf haa qajeelchu.
12 Na chilari kpin ngardang suu minu udu linwana a nit vat, nafo na ari din su udu kitimine.
Akkuma jaalalli nu isinii qabnu dabalaa deemu sana Gooftaan jaalala isin walii keessanii fi nama hundaaf qabdan isinii haa guddisuu; haa baayʼisus.
13 Asuu nene bara kpin minu akara nibinai nyang salin dinonnin lau nbun Kutelleh nin Chif, asa Chikilari bite Yesu ba dak nin na lau me vat.
Akka isin yommuu Gooftaan keenya Yesuus qulqulloota isaa hunda wajjin dhufutti fuula Waaqa keenyaatii fi Abbaa keenyaa duratti warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota taataniifis inni garaa keessan haa jajjabeessu.

< 1 Utasalonika 3 >